ADEEMSA WAAQAYYOO WAJJINII
Summary
Kitaabni kun waa’ee Waaqayyoo wajjin adeemuu; attamitti Waaqayyoo wajjin akka adeemuun ta’u, yoo Waaqayyoo wajjin akka ta’utti adeeman maaltu akka namaaf ta’u; utuudhuma Waaqayyoo wajjin adeemanii immoo qoramsi cimaan nama irra yeroo ga’u akka itti Waaqayyo nama oolchu seenaa nama dhuunfaa (Isa kitaaba kana barreessee) wajjin wal qabsiisuudhaan barumsa gadi fagoo kan namaaf kennuu dha.